Jump to content

fair

Wiktionary irraa

kanaslaali : faint, fairground

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • fair

Hiika

[gulaali]

Gochima

  1. nama yookiin gartuu hunda qixxeetti ilaaluu (akka seeraatti)
  2. amansiisaa, gaarii
  3. guddaa, dheeraa
  4. gogaa gara aditi gaalchuu
  5. gogaa, gaarii, mijaa'aa (qilleensaaf)
  6. bareedduu

  1. agarsiisa meeshaalee daldalaa
  2. bakka bashannanaa kan dirree irra jiru (meeshaa bashannanaa hunda kan qabu)